Tashil Aleaqidah Al’islamiah

This book has been published by Osoul Center and it talks about Tashil Aleaqidah Al’islamiah. 

AQIIDAA KARAA LAAFAAN HUBACHUU

Kitaabni Aqiidah karaa laafaan hubachuu. jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee aqiidaa barsiisuu keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Abbaan isa qopheesses sheekha guddaa beekamaa shekh Abdallah binu abdulaziz aljabriin. Rabbi irraa haajaalatu. Akkana jechuun nama beekamaatu kitaaba beekama ummata muslimaatiif gumaache jechuudha. Ustaaz gaalii abbaaboor carraaqa jabaa godhee afaan keenya afaan oromootti hiikee akka ummanni keenya waayee Aqiidaa murteessituu tana afaan isaatiin dubbisee hubatu godhe. Rabbiin kan kqopheesseefii kan hikes isaan lameenu irraa haajaalatu, jannataanis galata haa galchuuf. Nutis gulaallee maxxansaafii karaa interneetiinis raabsinee akka ummata keenya bira gayu goone. Rabbiin nurraa haaqeebalu. Dhumarratti ummata keenyaa hundaan keessaattu dargaggootaafii barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan jirru jaarraa beekkomsaa, saayinsiifii teeknoloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jjajjabaattan isiniin jennaa. Barnootaafii ogummaa qabdaniinis diin keessan akka tajaajiltan isin yaadachiisna.

You may also enjoy

Other Matters Related to Aqeedah

Abdulnour bin Abdul Jabbar

Min Ma'alem Alrahmah

Osoul Center

Altwasol

Abdullah Bin AbdulHameed Alathari

cover of a blue book with a hand holding wheat
Ease and Tolerance in Islam

Abd Ar-Rahman bin Abd Alkareem Ash-Sheha

The Path to Paradise

Osoul Center